List News
-
The Success Story of Addee Elfinesh Sarbessa Supported by ASRA Under the sub-Project Women Empowerment through Lending Seed Money Without Interest
Posted Date:2024-06-21
For many decades, numerous Ethiopians have been kept under a cloudy vicious circle of poverty which is subject to complex and interrelated socio-economic aspects. Among several social groups, women are the front victims of cultural, economic, and socio-political burdens. Male superiority and gender imbalance have the lion’s share in hindering women from being considered as an inferior and marginal social group. This fact has also led them to be characterized by low precarious economic situations.
-
Waldaan walgargaarsa Amboo fi Naannoo Ishee (WWAN) dubartoota harka qalleeyyiif deegarsa mallaqaa yeroo arfafaaf taasise.
Posted Date:2024-06-21
Duudhaalee waldaan walgargaarsaa Amboofi Naannawaa ishee qabu keessa tokko dubartootni utubaa hawaasaa waan ta’aniif hirmaannaafi gaheen isaan hawaas-dinagdee ijaaruu keessatti qaban guddisuun murtessaa ta’uu beekuun gargaarsa barbaachisa ta’ee gochuuniif dirqamadha.
-
ASRA'n daa’imman deeggarsa barbaadaniif deeggarsa meeshaa taasise
Posted Date:2023-10-21
Waldaan wal gargaarsaa Amboofi Naannoo Ishee daa’imman deeggarsa barbaadaniif deeggarsa meeshaa taasise. Waldichi Magaalaa Amboo keessatti hojii tola ooltummaa adda addaa irratti bobba’uun dubartootaafi daa’imman deeggarsa barbaadaniif marsaa adda addaatiin deeggarsa maallaqaafi meeshaalee taasisaa tureera.
-
Waldaan walgargaarsaa Amboofi Naannoo ishee Leenjii Kenne
Posted Date:2023-03-19
Waldaan walgargaarsaa Amboofi Naannoo ishee (WWAN) dubartoota magaalaa Amboo keessa jiraataniifi deeggarsa barbaadaniif leenjii kenne.
-




